0^FaarfannaaKitaaba TokkoffaaKaraa LamaanMooticha Waaqni Dibee MoosiseKadhannaa Nama Ariʼatamaa JiruuFaarfannaa Daawit yeroo ilma isaa Abesaaloom jalaa baqatetti faarfate.Kadhannaa GalgalaaDura buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit kan Baganaadhaan Faarfatamu.Kadhannaa GanamaaFaarfannaa Daawitii kan ululleedhaan faarfatamu.Kadhannaa Yeroo DhiphinaaDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Baganaadhaan faarfatamu. Faarfannaa Daawit kan akka sirna Shamiiniitiitti faarfatamu.Kadhannaa Namni Qajeelaan KadhatuShiigaayoonni Daawit kan inni waaʼee Kuushi namicha gosa Beniyaamiif jedhee Waaqayyoof faarfate.Ulfina WaaqayyooDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit kan Gitiitiidhaan faarfatamu.Murtii WaaqayyooDura buʼaa faarfattootaatiif; Yeedaloo, “Duʼa ilmaa” jedhamu. Faarfannaa Daawit.Murtii Qajeelaa Argachuuf Waaqa KadhachuuWaaqa AmanachuuDura buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Kadhannaa Gargaarsa Barbaachaaf KadhatameDura buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit kan akka sirna Shamiiniitiitti faarfatamu.Iyyata Nama Waaqa AmanateeDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Namoota Waaqaaf Hin BulleDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Nama Akkamiitu Mana Waaqaa Keessa Jiraachuu Dandaʼa?Faarfannaa Daawit.Waaqayyo Dhaala Koo tiMiiktaamii Daawit.Iyyata Nama QajeelaaKadhannaa Daawit.Faarfannaa MoʼannaaDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit garbicha Waaqayyoo; innis yommuu Waaqayyo harka diinota isaa hundaa fi harka Saaʼol jalaa isa baasetti dubbii faarfannaa kana Waaqayyoof faarfate. Innis akkana jedhe:Waaqayyo Biiftuu QajeelummaatiDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Kadhannaa Mootiif KadhatameDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Galata Waaʼee Mootichaatiif DhiʼaateDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Rakkinaa Fi Abdii Nama QajeelaaDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Yeedaloo “Borofa Ganamaa” jedhu. Faarfannaa Daawit.Tiksee GaariiFaarfannaa Daawit.Faarfannaa Mootii Ulfinaatiif FaarfatameFaarfannaa Daawit.Kadhannaa Yeroo BalaaFaarfannaa Daawit.Kadhannaa nama qajeelaaFaarfannaa Daawit.Ija Jabina Nama WaaqayyooFaarfannaa Daawit.Kadhannaa Fi GalataFaarfannaa Daawit.Faarfannaa Gooftaa Bubbeetiif DhiʼaateFaarfannaa Daawit.Galata Nama Afaan Duʼaatii DeebiʼeeFaarfannaa eebba mana qulqullummaatiif Faarfatame. Faarfannaa Daawit.Kadhannaa Yeroo RakkinaaDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Cubbuu HimachuuFaarfannaa Daawit. Maskiil.Waaqa JajachuuWaaqa Murtii Qajeelaa JajachuuFaarfannaa Daawit. Innis fuula Abiimelek duratti maraatuu of fakkeesseef Abiimelek isa ariinaan yeroo achii deemetti faarfate.Kadhannaa Nama DhiphateeFaarfannaa Daawit.Jalʼina Namaatii Fi Gaarummaa WaaqayyooDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit Garbicha Waaqayyoo.Qooda Nama Qajeelaa Fi HamaaFaarfannaa Daawit.Kadhannaa yeroo dhiphinaaFaarfannaa Daawit. Yaadannoodhaaf.Fuula Waaqaa Duratti Namni Xinnaa DhaDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeduutuuniif. Faarfannaa Daawit.Faarfannaa Galataatii fi KadhannaaDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Kadhannaa Nama DhukkubsateeDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Kitaaba LammaffaaWaaqayyon DheebochuuDura buʼaa faarfattootaatiif. Maskiilii Ilmaan Qooraahi.Tumsaa fi Furama Barbaachaaf KadhachuuFaaruu BooʼichaaDura buʼaa faarfattootaatiif. Maskiilii Ilmaan Qooraahi.Faarfannaa Cidha MootiiDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeedaloo ilmaan Qooraahi kan “Daraaraa” jedhamu. Maskiil. Faarfannaa cidhaa.Waaqayyo nu wajjin jiraDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Ilmaan Qooraahi. Haala Alaamootiitiin.Waaqayyo Mootii Addunyaa tiDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Ilmaan Qooraahi.Xiyoon Tulluu WaaqayyooWeedduu. Faarfannaa Ilmaan Qooraahi.Qabeenya abdachuun faayidaa hin qabuDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Ilmaan Qooraahi.Waaqeffannaa DhugaaFaarfannaa Asaaf.Kadhannaa Dhiifama CubbuuDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit. Faarfannaa kanas inni erga Batisheebaa bira gaʼee booddee yeroo Naataan raajichi gara isaa dhufetti faarfate.Waan Nama Hamaa EeggatuDura buʼaa faarfattootaatiif. Maskiilii Daawit. Dooʼeeg namni biyya Edoomii yeroo gara Saaʼolii dhaqee, “Daawit gara mana Ahiimelekii dhufeera” jedhee itti himetti faarfatame.Waan Warra Waaqatti Hin Bulle EeggatuDura buʼaa faarfattootaatiif. Gosa Muuziiqaa maahilaati jedhamuun faarfatame. Maskiilii Daawiti.Waaqayyotti Abbaa Murtii Qajeelaatti IyyachuuDura buʼaa faarfattootaatiif. Miʼa ribuutiin. Maskiilii Daawit. Yeroo warri Ziif Saaʼol bira dhaqanii, “Daawit nu gidduu dhokatee jira” jedhanitti faarfatame.Kadhannaa Yeroo AriʼatamaaDura buʼaa faarfattootaatiif. Miʼa ribuutiin. Maskiilii Daawit.Waaqa AmanachuuDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeedaloo “Gugee Qilxuu Fagoo irraa” jedhuun faarfatame. Miiktaamii Faarfannaa Daawit. Innis yeroo Filisxeemonni Gaati keessatti isa qaban faarfate.Diinota Gara Jabeeyyii GidduuttiDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeedaloo “Hin balleessin” jedhuun faarfatame. Faarfannaa Daawit. Miiktaamii. Innis yeroo Saaʼol jalaa baqatee holqatti galee faarfate.Abbaa Murtii Kan Abbootii Murtii Biyya LafaaDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeedaloo “Hin balleessin” jedhuun faarfatame. Faarfannaa Daawiti. Miiktaamii.Kadhannaa Diina Jalaa Baʼuuf DhiʼaateDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeedaloo Daawit kan “Hin balleessin” jedhuun faarfatame. Miiktaamii. Daawitis yeroo Saaʼol isa ajjeesuudhaaf jedhee namoota ergee mana isaa eegsisetti faarfate.Kadhannaa Moʼamuu Booddee DhiʼeeffameDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeedaloo “Daraaraa kakuu” jedhamuun faarfatame. Miiktaamii Daawit. Barsiisuuf. Yeroo inni Arraam Nahaaraayimii fi Arraam Zoobaa lolee fi yeroo Yooʼaabin deebisee warra Edoomii keessaa namoota kuma kudha lama Sulula soogiddaa keessatti fixetti faarfatame.Faarfannaa Nama BoojiʼameeDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit kan miʼa ribuutiin faarfatame.Waaqa Qofa AbdachuuDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeduutuuniif. Faarfannaa Daawit.Waaqa BarbaachaFaarfannaa Daawit. Yeroo inni Gammoojjii Yihuudaa keessa turetti.Warri Nama Arrabsan Adabamuu IsaaniiDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Sababii Kennaa Isaatiif Waaqayyon JajachuuDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Waaqa GalateeffachuuDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa.Faarfannaa Yeroo Midhaan GalfamuuDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Miʼa ribuutiin. Faarfannaa.Faarfannaa MoʼannooDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Faaruu BooʼichaaDura buʼaa faarfattootaatiif. Yeedaloo “Daraaraatiin.” Faarfannaa Daawit.Iyya DhiphinaaDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawiti.Kadhannaa JaarsaaMooticha Abdiin EegamuFaarfannaa Solomoon.Kitaaba SadaffaaMoʼannoo Murtii QajeelaaFaarfannaa Asaaf.Booʼicha Waaʼee Diigamuu Mana QulqullummaaMaskiilii Asaaf.Abbaa Murtii Addunyaa HundaaDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Yeedaloo, “Hin balleessin” jedhuun faarfatame. Faarfannaa Asaaf.Faarfannaa Waaqa Sodaatamuu Qabuuf FaarfatameDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Miʼa Ribuutiin. Faarfannaa Asaaf.Seenaa Israaʼel YaaduuDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Yeduutuuniif. Faarfannaa Asaaf.Seenaa Saba IsraaʼelMaskiilii Asaaf.Faaruu Booʼichaa BiyyoolessaaFaarfannaa Asaaf.Haaromfama Israaʼeliif Waaqa kadhachuuDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Yeedaloo, “Daraaraa Kakuutiin” Faarfatame. Faarfannaa Asaaf.Ayyaana DaasiitiifDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Asaaf Kan Gitiitiidhaan Faarfatamu.Abbootii Murtii Kanneen Murtii JalʼisanFaarfannaa Asaaf.Kadhannaa Diinota Israaʼel Irratti DhiʼaateFaarfannaa Asaaf.Faarfannaa Yeroo Mana Qulqullummaa Dhaqan FaarfatamuDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Kan Gitiitiidhaan Faarfatamu. Faarfannaa Ilmaan Qooraahi.Kadhannaa Nagaaf DhiʼaateDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Ilmaan Qooraahi.Kadhannaa Yeroo RakkinaaKadhannaa Daawit.Xiyoon, Haadha SabootaaFaarfannaa Ilmaan Qooraahi.Kadhannaa Yeroo RakkinaaDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Ilmaan Qooraahi kan maahilaati liinootiin88:0 Maahilaati liinootiin gosa muuziiqaa ti. Faarfatame. Maskiilii Heemaan Izraahichaa.Faarfannaa Fi Kadhannaa Amanamummaa Waaqaatiif DhiʼaateMaskiilii Eetaan Izraahichaa.Kitaaba AfuraffaaNamni Dadhabaa Taʼuu IsaaKadhannaa Musee Nama Waaqaa Sanaa.Eegumsa WaaqaaGammachuu Nama Qajeelaa,Faarfannaa Guyyaa Sanbataa Faarfatamu.MiidhaginaWaaqa Murtii QajeelaaFaarfannaa Guyyaa Guyyaatti FaarfatamuWaaqni Mootii Fi Abbaa Murtii tiMoʼachuuAbbaa Murtii Addunyaa HundaaFaarfannaa.Waaqa QajeelaaGorsa Galata GalchuuFaarfannaa Galataa.Bulchiinsa QajeelaaFaarfannaa Daawit.Kadhannaa Yeroo RakkinaaKadhannaa Namni Dhiphate Tokko Faaruu Booʼichaa Faarsee Fuula Waaqayyoo Duratti Dhiʼeeffatu.Waaqni JaalalaFaarfannaa Daawit.Ulfina UumamaaSeenaa Israaʼel Isa DinqisiisaaUummanni Cubbuu Isaa HimateKitaaba ShanaffaaWaaqa Rakkina Hunda Keessaa Nama BaasuFaarfannaa Ganamaatii Fi Kadhannaa BiyyoolessaaFaarfannaa Daawit.Kadhannaa Haaloo Baasuuf DhiʼaateDura Buʼaa Faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Faarfannaa Daawit.HojiiEebbifamuu Nama QajeelaaGalataFaarfannaa Faasiikaaf DhiʼeeffamuWaaqa Dhugaa TokkichaHaalleluuyaaWaamicha GalataaFaarfannaa Ayyaana DaasiiSeera Waaqaa JajachuuFarra NagaaFaarfannaa Ol baʼuu.Eegduu IsraaʼelFaarfannaa Ol baʼuu.Yaa Yerusaalem IlilchiFaarfannaa Ol baʼuu. Faarfannaa Daawit.Kadhannaa Yeroo RakkinaaFaarfannaa ol baʼuu.Fayyisaa IsraaʼelFaarfannaa ol baʼuu. Faarfannaa Daawit.Waaqayyo Amanamtoota Isaa Ni eegaFaarfannaa ol baʼuu.Faarfannaa Warra Boojuudhaa DeebiʼaniiFaarfannaa ol baʼuu.Waaqa AmanachuuFaarfannaa Ol baʼuu. Faarfannaa Solomoon.Eebba Qajeeltonni ArgatanFaarfannaa Ol Baʼuu.Kadhannaa Diinota Xiyooniin Mormuuf KadhatameFaarfannaa ol baʼuu.Waamicha Gargaarsaaf DhiʼaateFaarfannaa ol baʼuu.Waaqa AmanachuuFaarfannaa ol baʼuu. Faarfannaa Daawit.Faarfannaa Deebifamuu TaabotaaFaarfannaa ol baʼuu.Jaalala ObbolummaaFaarfannaa ol baʼuu. Faarfannaa Daawit.Faarfannaa HalkaniiFaarfannaa ol baʼuu.Faarfannaa GalataaFaarfannaa Wal jalaa Qabanii FaarfatanFaarfannaa BoojiʼamtootaaFaarfannaa GalataaFaarfannaa Daawit.Waaqa Waan Hunda BeekuDura buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Kadhannaa Hamoota Irratti DhiʼaateDura Buʼaa faarfattootaatiif. Faarfannaa Daawit.Akka Qananii Jaldhootaatiin Hin fudhatamne Waaqa KadhachuuFaarfannaa Daawit.Kadhannaa Nama Ariʼatamaa Jiru TokkooMaaskiilii DaawitGad of qabanii Waaqa KadhachuuFaarfannaa Daawit.Moʼannaa Argachuuf KadhachuuFaarfannaa Daawit.Waaqayyo Mootichaaf Galata GalchuuFaarfannaa Daawit.Waaqa Nama Gargaaru FaarfachuuFaarfannaa Waaqa Waan Hunda Dandaʼuuf FaarfatameUumamni Hundi Waaqa Haa GalateeffatuuFaarfannaa MoʼannooFaarfannaa Galataa